Ogeeyyii wal’aansaa fi Ayyaantuus gaafadhee,
Dhukkuba koo fayyuuf baay’een tattaafadhe.
Hanlkan na hin raffisu kaasee na teessisaa,
Hoomaa “Namaa” keessaa Nama na feesisa.
Foolii Namaan dhabe, Maaloo Foolii Namaa!
Kanaaf na dhukkubaa, galgalaa fi ganamaa.
Dunquqquu kophxummaa keessaa wiwirriiqee,
Foolii Namaa suufuuf, “Nama”tti achi siiqee,
Namni na mil’atu tokko illee ni dhabamee,
Hundumtuu ko’eessa waa lamaan qabamee. Read more…