BY IBRAHIM ALI | Bitootessa 17, 2014
ibrahimMootummaan abbaa irree Itoophiyaa waggaa 23 guutuu bakka barbaachisutti humnaan, bakka kaanitti immoo mala adda addaa fayyadamuudhaan hanga hardhaa gahee jira. Ani hardha kan irratti xiyyeeffachuu barbaade mala mootumman abbaa irree ITOOPHIYAA itti  fayyadamu keessaa kan yeroo ammaa akka ummati wal basaasuuf meeshaa guddaa taheefi jiru TOKKO SHANEE kan jedhamuu dha. TOKKO SHANEEn OROMIYAA keessatti erga hujirra oolee kan bubbule yoo tahu amma immoo diyaaspooraa keessattis jalqabuuf qophii kan fixatan tahuu himamaa jira, sababi irratti na xiyyeefachises kanuma dha. Read more…