Tuesday, August 27, 2013

Sirna Guca Ibsuu Goota Oromoo Injiinar Tasfaahun Camadaa fi Oromoota Magaala Kofaleetti Ajjeefamaniif.

Waldaan Walgaragaarsa Dargaggoota Oromoo (WWDO), Jaarmiyaan Hawaasa Oromoo fi Ijaarsi Dubartoota Oromoo Adduynaa (IDOA) wal ta’uudhaan sagantaa guca ibsuu goota Oromoo Injiinar Tasfaahun Camadaa fi Oromoota magaalaa Kofaleetti mootummaa abbaa irree fi faashistii Wayyaaneetiin ajjeefaman yaadachuuf qophaaye irratti Oromooti naannoo Washington, DC, Maryland fi Virginia jiraattan akka irratti argamtan waamicha lammummaa isiniif dhiyeessina.Posted by Falmataa - 27/08/2013 at 1:27 am
Categories: Afaan OromooUSA  Tags:

No comments: